Garaa Jabaattee cover art

Garaa Jabaattee

Garaa Jabaattee is an AI-generated electronic song from Song Flow, built around yaa gara jabeettii maf garaa jabaattaaa.... atis silaa namaa maf na nahuu dhabdaaa..... atis silaa...

30s Preview0:00 / 0:30

Listen to the first 30 seconds, then open Song Flow for the full creation flow.

Download Song Flow to create songs like this

Song Flow helps you turn ideas, lyrics, styles, and moods into original AI songs in the app.

Song Details

This track leans into Electronic, Classical, Ambient, Emotional textures, giving listeners a clear example of the styles Song Flow can help create.

Songwriting inspiration
AI music style reference
Lyrics-to-song experiments

Full Lyrics

49 lines

Yaa gara jabeettii

Maf garaa jabaattaaa....

Atis silaa namaa

Maf na nahuu dhabdaaa.....

Atis silaa namaaa.....

maf na nahuu dhabdaaa

Eeee....

Dur hoggaa wal barruu

akkana sin seeneee......

Jaalala kef jechaa

qilee meeqa seenee

Hardha sif dabarteee

Anas na dagattee., eeee

Hardha sif dabarteee Anas na dagatteeeee....

Maali me akki kun

Maf akkana taataaa...

Chubbuu hin sodaattuu

Maaliiif natti boonttaaa......

Maali meee.. akki kun

Maf akkana taataaa...

Chubbuu hin sodaattuu

Maaliiif natti.. boonttaaa......

Qaamaanis fagaatteeee... maaf naf yaaduu diddaaa

Jalaala kee hamaan

Hanga yoom na gubdaaaaa......

deeeemii.

Silaaa... silaa atu deemtee..

miilas fageeffatteeee..

Hin debi'in lamuuuu erga nadagattee

Hin debi'in lamuu erga nadagatteeee.....

Waadaaa... Walif qabnu

hunda isaa diydee.

Dallayaa jaalalaaa

Irraan tarkanfatteeee.... Aaaa..,.

Anis bakkan_ qabuu ammaa...

onneen to chufamtee....

Ani maal haa... godhuuu...

Ofumaf of goooteeee

onnee sijaalaattuuuu

ofii keeetii chufteee ija teee bareedduun kaan kaan ijaaan dhoooyteee....

onnee sijaalaattuuuu

ofii keeetii chufteee ija teee bareedduun kaan kaan ijaaan dhoooyteee....

Meeture jarri sun

warri ijaan soytee...

Meeture jarri sun

warri ijaan soyteeee.... aaa....

Sin fedhu anilleen

deeemii gara Feetee.....

sin fedhu anilleen deemii gara feeteee.....

Make your own AI song in Song Flow

Use the app to create original songs, remix ideas, generate lyrics, and publish playlists.

Related AI Songs